Pular para o conteúdo
Publicidade

Marcos 10

4 Isaanis, "Namni tokko akka waraqaa ragaa hiikkaa barreesseefii niitii isaa hiiku Muusaan eeyyameera" jedhan.

5 Iisaanis akkana jedhee deebise; "Muusaan sababii mata jabina keessaniitiif jedhee seera kana isiniif barreesse. 6 Jalqaba uumamaatii kaasee garuu Allaahan, Dhiiraa fi dubartii isaan taasise.10:6 Uma 1:27 7 Kanaafis namni abbaa isaatii fi haadha isaa ni dhiisa; niitii isaa wajjinis tokko taʼa; 8 lamaan isaanii iyyuu foon tokko ni taʼu.10:8 Uma 2:24 Egaa isaan siʼachi foon tokko malee lama miti. 9 Kanaafuu waan Allaahan tokko taasise namni gargar hin baasin."

Veja também