30 Allaah kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan jaalladhu.’12:30 KeD 6:4,5 31 Inni lammaffaan immoo, isa kana; ‘Ollaa kee akkuma ofii keetiitti jaalladhu.’12:31 Lew 19:18 Ajajni ajajawwan kanneen caalu tokko iyyuu hin jiru."