Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 15

44 Phiilaaxoosis yommuu akka inni duʼe dhagaʼetti ni dinqifate. Ajajaa dhibbaa sanas ofitti waamee Iisaan erga duʼee turuu fi turuu baachuu isaa gaafate. 45 Akka inni duʼes ajajaa dhibbaa sana irraa erga mirkaneeffatee booddee reeffa sana Yuusufiif kenne.

Veja também