Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 6

27 Innis yommusuma loltuu tokko akka inni mataa Yahyaa fiduuf ajajee erge. Loltuun sunis dhaqee mana hidhaa keessatti mataa Yahyaa isa irraa kute; 28 mataa isaas gabatee irra kaaʼee fidee intalattiitti kenne. Isheenis haadha isheetti kennite.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também