Pular para o conteúdo
Publicidade

Marcos 7

11 Isin garuu yoo namni kam iyyuu akka wanni silaa abbaa isaa yookaan haadha isaa gargaaruuf oolu Qurbaana jechuunis Allaahaf kennameera jedhee dubbate, 12 isin akka inni abbaa isaatiif yookaan haadha isaatiif waan tokko illee godhu siʼachi hin eeyyamtaniif. 13 Akkanaanis duudhaa keessan isa walitti dabarsitan sanaan dubbii Allaaha busheessitu. Waan akkanaa baayʼees ni hojjetu."

14 Iisaan ammas namoota sana ofitti waamee akkana jedheen; "Isin hundi na dhagaʼaa; kanas hubadhaa. 15 Waan nama keessaa baʼutu nama xureessamalee wanni alaa namatti seenee nama xureessuudandaʼu tokko iyyuu hin jiru. [

Veja também