1 Rabbii Allaahan madaalii hin amanamne ni balfa;
madaalii dhugaatti immoo ni gammada.
3 Amanamummaan tolootaa isaan dura deema;
warri hin amanamne garuu dabuma isaaniitiin badu.