Pular para o conteúdo
Publicidade

Fakkeenya 6

16 Rabbii Allaahan waan jaʼa jibba;

waan torba immoo ni xireeffata; isaanis:

17 Ija of tuulu,

arraba sobu,

harka dhiiga nama balleessaa hin qabnee dhangalaasu,

18 garaa mala hamaa malu,

miilla gara jalʼinaatti ariifatu,

19 dhuga baatuu sobaa kan soba dhangalaasu,

nama obboloota gidduutti lola kakaasuu dha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também