20 Isin yeroo garboota cubbuu turtanitti, qajeelummaa irraa bilisa turtan. 22 Amma garuu waan cubbuu irraa bilisoomtanii garboota Allaaha taataniif faayidaan isin argattan gara qulqullummaatti isin geessa; dhumni isaas jireenya bara baraa ti.
Publicidade