Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 8

5 Warri akka fooniitti jiraatan waan foonii yaadu; warri akka Hafuuraatti jiraatan garuu waan Hafuuraa yaadu. 6 Yaadni foonii duʼa; yaadni Hafuuraa garuu jireenyaa fi nagaa dha. 7 Yaadni foonii diina Allaaha ti; seera Allaahatiifis hin bulu. Buluus hin dandaʼu. 8 Warri akka fooniitti jiraatan Allaah gammachiisuu hin dandaʼan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também