Pular para o conteúdo
Publicidade

Romanos 8

8 Warri akka fooniitti jiraatan Allaah gammachiisuu hin dandaʼan.

9 Isin garuu yoo Hafuurri Allaaha isin keessa jiraate akka Hafuuraatti jiraattu malee akka fooniitti hin jiraattan. Eenyu iyyuu yoo Hafuura Al-Masiihii qabaachuu baate inni kan Al-Masiihii miti.

Veja também