Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "amor"

200 resultados encontrados

  1. Provérbios 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 12–29 de 35

    12Abbaan ilma itti gammadu akkuma qajeelchu,Mootiin Waan Maraalle nama jaalatu qajeelcha.

    13Nami qarummaa dhaggatu,ka hubantii qabu ka gammade.

    29Nama si addatee si bira tee’u irrattiwaan hantuu hin yaadin.

  2. Salmos 108

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 108
    Mostrando versículos 1–5 de 13

    1Ee Waaqa, gadhaan kiyya hin mamu;ani gadhaa tokkochaan,meya faaru’uu ka adda addaatiin hin faarfadha!

    4Jaalalli keeti ka bara baraa guddaa waan te’eef,akka ol-gubba’aa ol fagaata;addatamummaan teeti duumensa dhaqqaddi.

    5Ee Waaqa, ol-gubba’aan gubba’atti saadami;ulfinni keeti lafa duudii irratti te’uu ti.

  3. Provérbios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 6–23 de 27

    6Qarummaan gollaa sii teetii,isii hin dedhin;si eeddiitii,isii jaaladhu.

    7Qarummaan waan mara caalti;tanaaf isii dhaggadhu.Waan ati qaddu mara si kaffalchiittulle,hubantii bitadhu.

    23Maddi jiruu teetii qalbii waan teeteef,waan mara caalaaqalbii teeti eegadhu.

  4. Salmos 51

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 51
    Mostrando versículos 1–16 de 19

    1Ee Waaqa,sababa jaalala keeti ka bara baraatiif,na marari.Sababa gadhi-laafummaa teeti guddo’ootiif,yakkaa tiyya haxowii balleessi.

    15Ee Gootta’a, afaan kiyya bani;anille arraba kiyyaan si hin leellifadha.

    16Ati adoo ciincaa jaalattu teetee,ani silaa si’iif hin dhikeessaayyu.Ati kennansa gubamutti hin gammaddu.

  5. Provérbios 24

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 1–23 de 34

    1Namoota hamoolee hin hinaafin;jaalummaa isaanii hin halchin.

    9Malli gowwa’aa cubbu’u;namooti nama murgu hin jibban.

    23Isaan kunille jecha qaro’oo ti:Muraa keessatti nama wol caalchisuun dansa’aa moti.

  6. Salmos 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 1–8 de 10

    1Ee Mootii Waan Maraa, aari’iin na hin xixin;yookiin mufi’iin na hin adabin.

    4Ee Mootii Waan Maraa, deebi’ii na baasi;jaalala keeti ka bara baraatiif jedhii na hamburi.

    8Mootiin Waan Maraa bowa tiyya waan dhage’eef,isin worri hamaaleyyiin marti na irraa fagaadha’a.

  7. Provérbios 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 12–24 de 35

    12Qalbii teeti gara gorsaa,gurra keetille gara beekkumsaa deebifadhu.

    19Ilma kiyya, caqasi;qaroolle te’i;qalbii teetille daandii qajeelaa irratti eegadhu.

    24Abbaan nama balcha’aa gammada guddaa qaba;ka ilma qaroo qabulle isatti hin gammada.

  8. Salmos 89

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 89
    Mostrando versículos 5–52 de 52

    5Ee Mootii Waan Maraa,ol-gubbaan bilbaasa keeti,yaa’iin woyyootaaaddatamummaa teeti leellifatanuu ti.

    14Barcumaan mootumma’aa keetibalchumma’aa fi haqa irra dhaabbateera;jaalalaa fi addatamummaan siin dura deeman.

    52Mootiin Waan Maraa haga bara baraa leellifamu!Ameen! Ameen!

  9. Provérbios 12

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 1–18 de 28

    1Nami qajeelfama jaalatu,beekkumsa jaalatta;nami xixicha jibbu ammoo gowwa’a.

    16Aariin nama gowwa’aa yoosuma beekkanti;nami qalbeeffataan ammooarraba tuffatee lakkisa.

    18Dubbiin gar-maleenakka shallaaga’aa nama woraanti;arrabi nama qaro’oo ammoo nama fayyisa.

  10. Salmos 49

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 49
    Mostrando versículos 2–20 de 20

    2Gudda’aa fi diqqa’aan,dureessaa fi hiyyeessi caqasa’a.

    12Durummaan du’a irraa nama hin hamburtu;nami akkuma hori’ii hin du’a.

    20Nami karra qabaatee hubantii dhabe,akkuma hori’ii hin du’a.

  11. Provérbios 6

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 11–32 de 35

    11hiyyummaan akka saantu’uu,akka nama meya woraanaa hidhatee,sitti hin dhufa.

    12Nami gadhe’ee fi nami hamaan,ka dubbii micciiraa asii fi achi deemu,

    32Nami gaarayyeeffatu ammoo qalbii hin qabu;nami gaarayyeeffatu marti ifi balleessa.

  12. Salmos 25

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 6–21 de 22

    6Ee Mootii Waan Maraa,marartii teetii guddo’oo fijaalala keeti ka bara baraa,ka durii jalqaddee mudhitte yaadadhu.

    10Worra gondooroo isaatii fi ajaja isaa eegatanuuf,Mootiin Waan Maraajaalala ifii ka bara baraatii fiaddatamummaa hin mudhisa.

    21Ani addi’iin waan si eegadhuuf,addatamumma’aa fi qajeelummaan na eeganuu ti;

  13. Salmos 65

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 65
    Mostrando versículos 1–11 de 13

    1Ee Waaqa, Xiyoon keessattisi leellisuu,waadaa si’iif gallelle muummessuu qanna.

    5Ee Waaqa fayyisaa keenna,hujii maade’eeta balchumma’aatiin deebii nuuf kennita.Worri qaccee lafaaabbaaya’aan gama fagoo jiru martilleaddii sitti godhata.

    11Arjummaa teetiin bara eebbitta!Gara ati dhaxxe maramidhaan baca’atti jiraata.

  14. Salmos 84

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 84
    Mostrando versículos 5–12 de 12

    5Worri gara gaara Xiyoonii deemiisaaf,gadhaa ifii keessatti dharra’ee,hunna si biraa dhaggatu ka gammade.

    8Ee Mootii Waan MaraaWaaqa waan mara dande’u,daadimata kiyya dhage’i;Waaqa Yaaqoobii na caqasi.

    12Ee Mootii Waan MaraaKa Waan Mara Dadde,nami si’itti addatu ka gammade.

  15. Salmos 69

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 69
    Mostrando versículos 8–16 de 36

    8Ani obboleeyyan tiyyatti orma,ilmaan haadha tiyyaatitti alagaa te’e.

    9Hinaaffaan mana keetiif qabu na gudde;arrabi si arrassanu na irra bu’e.

    16Ee Mootii Waan Maraa,jaalalli keeti ka bara baraa dansaa waan te’eef,deebii naaf kenni;marartii teeti guddo’oon gara kiyya deebi’i.

  16. Salmos 98

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 98
    Mostrando versículos 3–8 de 9

    3Inni jaalala ifii ka bara baraatii fiaddatamummaa ifiimana Israa’eliitiif yaadateera;worri qaccee lafaa jiru martifayyisiisa Waaqa keennaa dhagganeeran.

    7Abbaaya’aa fi wonni isii keessaa marti,biyyi lafaatii fi wonni isii keessa le’u martishookkisanuu ti.

    8Lagooti harka dhowanuu ti;gaaroti adduma tokko ilillisanuu ti.

  17. Salmos 39

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 39
    Mostrando versículos 5–13 de 13

    5Ati bara jiruu tiyyaa taakkuu takkaa goote;barri jiruu tiyyaasi duratti woyitti hin laakkowamu.Dhugumaan jiruu nama maraatuuakka baafata hafuuraa tokkochaa ti.

    7Goottaa kiyya, amma ani maan eegadha ree?Addiin tiyya si’i.

    13Gara hin deebinetti, gara du’aa adoo hin deemin,gammada diqqaa akka dhaggadhu,nyaara guurtee na hin ilaalin.

  18. Salmos 62

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 62
    Mostrando versículos 9–12 de 12

    9Ilmaan namaa akka qilleensaa ti;namooti marti womaa moti.Isaan yoo madaalamane,qilleensa caalaa sallatan.

    11Waaqi takkaa dubbateera;ani waan lama dhage’eera.Sunille, «Hunni ta Waaqaa ti;

    12jaalalli bara baraa ka Gootta’aa ti» ta jettu.Ee Gootta’a ati maraafuuakka hujii isaatitti gatii isaaf kaffalta.

  19. Salmos 112

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 112
    Mostrando versículos 4–9 de 10

    4Nama arja’aa, nama marara’aa fi,nama balcha’aafille,dukkana keessalle’etti ifi isaaf hin baya.

    5Nama arjaa, liqaa namaaf kennuwonni dansaan isaaf hin teeti.

    9Inni arjumma’aan worra hiyyeeyyi’iif kenna;balchummaan isaa haga bara baraa jiraatti.Hunnaa fi ulfinnaan hin saadama.

  20. Salmos 37

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 37
    Mostrando versículos 3–30 de 40

    3Mootii Waan Maraatitti addadhuu waan dansaa godhi;biyya keessa nageyaan le’i.

    16Karra nama hama’aa hedduu caalaa,karra nama balcha’aa diqqoo woyya.

    30Afaan nama balcha’aa qarummaa odeessa;arrabi isaa haqa dubbata.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo