2«Dhuguma tun dhugaaakka teete hin beeka.Ammoo nami attam Waaqa durattibalchaa te’uu dande’a ree?
4Waaqi qaro’o; hunnaamessalle’e;ka isa moromee,hin injifatamin eennuu?
14«Ani attamdeebii isaaf kennuu dande’a ree?Ani isa woliin falmiisaaf,attamiin jechoota filatuu dande’a ree?