10 Worri Mootiin Waan Maraa wode hin deebi’an;
faarfataa gara Xiyoonii hin galan.
Kallacha gammada bara baraa mata’atti hin keyatan;
isaan gammadaa fi qananummaa hin dhaggatan;
gaddaa fi aadiis isaan irraa hin fagaata.