11 Mootiin Waan Maraa Woyyichi Israa’elii ka isii dade,
«Marroo waan te’uu jiruu,
marroo ijoollee tiyyaa na gaafattanii ree?
Marroo hujii harka kiyyaalle
na ajajjanii ree?
11 Mootiin Waan Maraa Woyyichi Israa’elii ka isii dade,
«Marroo waan te’uu jiruu,
marroo ijoollee tiyyaa na gaafattanii ree?
Marroo hujii harka kiyyaalle
na ajajjanii ree?