1 Mootiin Waan Maraa madaala sobaa jibba;
dhakaa madaalaa ka sirrii te’etti gammada.
3 Worri qajeelaan komii dhabiisaan qajeelfaman;
worri hin addatanne ammoo
maltumma’aan badan.