Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Fakkeennaa 22

Sadeessoo

26 Nama waada’aaf harka namaa dhowu,

yookiin liqa’aaf wobii dabaru hin te’in.

27 Ati waan kaffaltuu yoo dhadde,

itilleen teeti si jalaa hin fuudhatanti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também