Kudhanii Jayeessoo
22 Abbaa keeti ka si uume dhage’i;
haadha teetille yennaa isiin dulloonte hin tuffatin.
23 Dhuga’aa fi qarummaa,
gorsaa fi hubantii bitadhu malee hin gurgurin.
22 Abbaa keeti ka si uume dhage’i;
haadha teetille yennaa isiin dulloonte hin tuffatin.
23 Dhuga’aa fi qarummaa,
gorsaa fi hubantii bitadhu malee hin gurgurin.