Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Fakkeennaa 24

Diddamii Jayeessoo

13 Ilma kiyya, dammi dansaa waan te’eef,

damma nyaadhu;

nadhiin dhaaba dammaa keessaa sitti hin mi’ootti.

14 Qarummaalle lubbuu teetiif

akkuma san akka mi’oottu beeki;

ati yoo isii dhaggatte,

gara fuula duraa addii qadda;

addiin teetille hin baddu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também