Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Fakkeennaa 27

9 Fiqire’ee fi qayyi nama gammachiisan;

gammachiisiis jaalaalle

gorsa dansaa isaa irraa madda.

10 Jaalota teetii fi jaalota abbaa keetii hin lakkisin;

yennaa rakkinnaa mana obboleessa keetii hin dhaqin;

obboleessa fagoo jiruu mannaa,

ollaa dhikoo jiru woyya.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também