27 Nami ibidda boba’atti qabatee,
woyaan isaa adoo hin gubatin
hafuu dandeettu hin jiraa?
28 Yookiin nami kashila irra ijjatee,
miilli isaa adoo hin gubatin
hafuu dande’u hin jiraa?
29 Nami niitii namaa woliin rafulle akkasuma te’a;
nami niitii namaa tuqee
adoo hin adabamin hafu hin jiru.