Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Fakkeennaa 6

32 Nami gaarayyeeffatu ammoo qalbii hin qabu;

nami gaarayyeeffatu marti ifi balleessa.

33 Inni mada’aa fi salphinna hin dhaggata;

qaaniin ijjumaa isa irraa hin baddu.

34 Hinaaffaan abbaa manaa waan aarsituuf,

inni yennaa haluu bayu

marartii hin qabu.

35 Inni kaffaltii tokkolle hin fudhatu;

haga fedhe bacatulle,

kennansi aarii isaa hin qabbaneessu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também