13 Rabbii Allaahan akkana jedhee karaa nabiiʼiyyootaatii fi ilaaltota isaa hundaatiin Israaʼelii fi Yihuudaa akeekkachiise; "Karaa keessan hamaa kana irraa deebiʼaa. Akkuma ajajawwan ani abbootii keessan ajaje hundaattii fi akkuma seera ani karaa garboota koo nabiiʼiyyootaatiin isiniif erge sanaatti ajajaa fi seera koo eegaa."
Publicidade
2 Mootota 17:13
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
13 ዋቀዮ አከነ ጄዼ ከራ ራጆታቲፊ እላልቶተሳ ሁንዳቲን እስራኤሊፊ ይሁዳ አኬከቺሴ፤ "ከራኬሰን ሀማ ከነራ ዴብኣ። አኩመ አጀጀወን አን አቦቲኬሰን አጀጄ ሁንዳቲፊ አኩመ ሴረ አን ከራ ገርቦተኮ ራጆታቲን እስኒፍ ኤርጌ ሰናት አጀጃፊ ሴረኮ ኤጋ።"
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
13 Waaqayyo akkana jedhee karaa raajotaatii fi ilaaltota isaa hundaatiin Israaʼelii fi Yihuudaa akeekkachiise; "Karaa keessan hamaa kana irraa deebiʼaa. Akkuma ajajawwan ani abbootii keessan ajaje hundaattii fi akkuma seera ani karaa garboota koo raajotaatiin isiniif erge sanaatti ajajaa fi seera koo eegaa."
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.