Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 3

11 Ani dafeen dhufa. Atis akka namni tokko iyyuu gonfoo kee hin fudhanneef waan qabdu jabeessii qabadhu. 12 Nama moʼatus mana qulqullummaa Allaah koo keessatti utubaa nan godha. Innis achi keessaa gonkumaa hin baʼu. Anis maqaa Allaah kootii fi maqaa magaalaa Allaah koo, maqaa Yerusaalem ishee haaraa, ishee Allaah koo biraa shamaayʼun irraa gad buutu sanaa isa irratti nan barreessa; maqaa koo haaraas isa irratti nan barreessa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também