Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 10

4 Qorneelewoosis sodaan ija babaasee isa ilaalee, "Yaa Gooftaa, maal barbaadda?" jedhee gaafate.

Malaʼikkaan Allaaha sun immoo akkana jedhee deebise; "Duʼaa keetii fi kennaan ati hiyyeeyyiidhaaf kennitu aarsaa yaadachaa taʼee fuula Allaaha duratti ol baʼeera.

Veja também