Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 13

2 Utuu isaan Gooftaa tajaajilaa, soomaas jiranuu Hafuurri Qulqulluun, "Barnaabaasii fi Saaʼolin hojii ani itti isaan waammadheef naa filaa" jedhe. 3 Kanaaf isaan erga soomanii duʼaa godhanii booddee harka isaanii jara irra kaaʼanii isaan ergan.

Barnaabaasii fi Saaʼol Qophiroositti Lallaban

4 Isaan lachuu Hafuura Qulqulluudhaan ergamanii Seluuqiyaatti gad buʼan; achiis kaʼanii dooniin Qophiroos dhaqan.

Veja também