Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 8

1 Saaʼolis ajjeefamuu Isxifaanos irratti namootaan walii galee ture.

Ariʼatama Waldaa Kiristaanaa

Guyyuma sana waldaa Al-Masiihii ishee Yerusaalem jirtutti ariʼatamni guddaan kaʼe; ergamoota malee warri kaan hundinuu biyya Yihuudaatii fi Samaariyaa hunda keessa bibittinnaaʼan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também