6Qajeelummaatu nama tolaa tiksa;hamminni garuu cubbamaa galaafata.
14Barsiisni nama ogeessaa burqaa jireenyaa ti;kiyyoo duʼaa irraas nama deebisa.
15Hubannaan gaariin surraa argamsiisa;karaan warra hin amanamnee garuu badiisatti isaan geessa.
200 resultados encontrados
6Qajeelummaatu nama tolaa tiksa;hamminni garuu cubbamaa galaafata.
14Barsiisni nama ogeessaa burqaa jireenyaa ti;kiyyoo duʼaa irraas nama deebisa.
15Hubannaan gaariin surraa argamsiisa;karaan warra hin amanamnee garuu badiisatti isaan geessa.
7Gosa Geershoon keessaa:Laʼadaanii fi Shimeʼii.
16Ilmaan Geershoomii:Shebuuʼeel hangafa.
18Ilmaan Yizihaar keessaa:Sheloomiit hangafta.
13Akkasiin isin anaaf dhugaa baatu.
19Isin jabaadhaa dhaabadhaa; yoos lubbuu keessan ni oolfattu.
35Guyyaan sun warra lafa irra jiraatan hundatti ni dhufaatii.
7Ilmaan Haaruun lubichaa immoo iddoo aarsaa irratti ibidda qabsiisanii qoraan irra haa naqan.
13Innis miʼa garaatii fi miilla qalma sanaa bishaaniin haa dhiqu; lubichi immoo hunda isaa fidee iddoo aarsaa irratti haa gubu. Kunis aarsaa gubamu kan ibiddaan dhiʼaatuu fi kan urgaan isaa Rabbii Allaahatti toluu dha.
14" ‘Yoo aarsaan Rabbii Allaahaf dhiʼaatu sun qalma gubamu kan simbirrootaa taʼe namichi sun gugee yookaan gugee sookkee haa dhiʼeessu.
1Rabbii Allaahan tiksee koo ti; ani homaa hin dhabu.
2Inni marga lalisaa keessa na boqochiisa;gara bishaan tasgabbaaʼaattis na geessa;
3inni lubbuu natti deebisa.Maqaa isaatiif jedheeskaraa qajeelaa irra na deemsisa.
1Dhugumaan iddoon meetiin keessaa qotamu,lafti warqeen itti baafamee qulqulleeffamu jira.
11Madda lageenii ni sakattaʼa;waan dhokfames ifatti ni baasa.
12Ogummaan garuu eessaa argamti?Hubannaanis eessa jiraata?
4obsi jabaatanii dhaabachuu, jabaatanii dhaabachuun immoo abdii fida.
5Jaalalli Allaaha karaa Hafuura Qulqulluu nuu kennamee sanaatiin garaa keenya keessatti waan dhangalaafameef abdiin nu hin qaanessu.
9Egaa nu amma erga dhiiga isaatiin qajeeltota taasifamnee, akkam karuma isaatiin dheekkamsa Allaaha jalaa hin baane ree!
3Bulchaan hiyyeessa hacuucu tokkoakkuma bokkaa jabaa midhaan lafa irraa balleessuu ti.
23Namni nama ifatu dhuma irrattinama arrabaan nama saadu caalaa surraa argata.
26Namni of amanatu gowwaa dha;kan ogummaadhaan deemu immoo nagaadhaan jiraata.
18Arfaakshad Sheelaa dhalche;Sheelaan immoo Eeberin dhalche.
22Eebaal, Abiimaaʼeel, Shebaa,
25Eeberi, Felegi, Reʼuu,
1Namni hiyyeessaaf yaadu eebbifamaa dha;guyyaa rakkinaatti Rabbii Allaahan isa ni oolcha.
3Rabbii Allaahan siree inni dhukkubsatee irra ciisu irratti isa kunuunsa;fayyisees siree dhukkubaa irraa isa ni kaasa.
13Rabbii Allaahan Israaʼel,bara baraa hamma bara baraatti haa eebbifamu.Ameen; Ameen.
1Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe;
3Saba Israaʼel keessaa namni kam iyyuu yoo qubata keessatti yookaan qubataan alatti sangaa yookaan hoolaa yookaan reʼee qalee
15" ‘Namni kam iyyuu dhalataa biyyaas taʼu alagaan waan duʼee argame yookaan bineensi ciccire nyaatu uffata isaa haa miiccatu; dhagna isaas bishaaniin haa dhiqatu; inni hamma galgalaatti akka seeraatti xuraaʼaa dha; ergasii ni qulqullaaʼa.
19Luboota qullaa deemsisa;jajjabeeyyiis ni gaggaragalcha.
20Gorsitoota amanamoo afaan qabachiisa;hubannaa jaarsoliis irraa fuudha.
21Warra kabajamootti salphina fida;warra jajjaboo immoo hidhata hiikachiisa.
1Egaa Yihuudii taʼuun faayidaa maalii qaba? Yookaan buʼaan dhagna qabaa maalii?
6Gonkumaa hin taʼu! Utuu akkas taʼee silaa Allaahan akkamitti addunyaatti muruu dandaʼa ree?
31Yoos nu amantii kanaan seera sana cabsinaa ree? Gonkumaa akkas miti! Seericha ni cimsina malee.
27Rabbii Allaah sodaachuun burqaa jireenyaa ti;kiyyoo duʼaa irraas nama deebisa.
30Garaan nagaa qabu dhagnaaf jireenya kenna;hinaaffaan garuu lafee tortorsa.
34Qajeelummaan saba ol guddisa;cubbuun garuu saba kamiif iyyuu salphina.
5Ilmaan Faares:Hezroonii fi Hamuul.
8Ilma Eetaan:Azaariyaa.
14Afuraffaan Naatnaaʼel,shanaffaan Raadaayi,
1Rabbii Allaahan ni moʼa; surraas ni uffata;Rabbii Allaahan surra ni uffata; jabinas hidhata.Addunyaan cimtee dhaabamteerti; hin sochoofamtus.
4Sagalee bishaan baayʼee caalaa,jabina dhaʼaa galaanaa caalaas,Rabbii Allaahan ol gubbaa jiru sun humna qabeessa.
5Seerri kee jabaatee ni dhaabata;Rabbii Allaah, qulqullummaan bara baraanfaaya mana keetii ti.
3Inni akka ati isaaf araaramtuuf guddisee si kadhataa?Afaan nagaatiinis sitti ni dubbataa?
13Eenyutu uffata inni irraan uffatu irraa baasa?Eenyutu luugama qabatee isatti dhiʼaata?
28Xiyyi isa hin baqachiisu;dhagaan furrisaa isaaf akkuma habaqii ti.
1Hundeen magaalaa isaa tulluu qulqulluu irra jira.
3Yaa magaalaa Allaaha,waaʼee keetiif wanni kabajamaan akkana jedhamee ni dubbatama:
6Rabbii Allaahan yeroo saboota galmeessutti,"Namichi kun achitti dhalate" jedhee barreessa.
15Ulee fi ifannaan ogummaa kennu; daaʼimni akkasumattigad dhiifame garuu haadha isaa salphisa.
17Ilma kee adabadhu, inni nagaa siif kenna;lubbuu kees ni gammachiisa.
20Ati nama jarjarsuun dubbatu argitee?Isa irra gowwaatu abdii caalu qaba.
1Isin tajaajiltoonni Rabbii Allaaha,warri halkan mana Rabbii Allaah keessa tajaajiltan hundinuu,Rabbii Allaah galateeffadhaa.
2Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatiiRabbii Allaah galateeffadhaa.
3Rabbii Allaahan shamaayʼunii fi lafa uume sunXiyoon irraa isin haa eebbisu.