Pular para o conteúdo
Publicidade

Zabuuriiwwan 134

Zabuurii ol baʼuu.

1 Isin tajaajiltoonni Rabbii Allaaha,

warri halkan mana Rabbii Allaah keessa tajaajiltan hundinuu,

Rabbii Allaah galateeffadhaa.

2 Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatii

Rabbii Allaah galateeffadhaa.

3 Rabbii Allaahan shamaayʼunii fi lafa uume sun

Xiyoon irraa isin haa eebbisu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também