Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 1

15 Yahyaanis waaʼee isaa dhugaa baʼe. Sagalee isaas ol fudhatee akkana jedhe; "Inni ani, Inni na duubaan dhufu na caala; inni na dura tureetiijedhee waaʼee isaa dubbadhe sun isa kana."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também