Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 14

8 Fiiliphoos, "Yaa Gooftaa, Abbaa nutti argisiisi; kun nu gaʼaatii" jedheen.

9 Iisaanis akkana isaan jedhe; "Yaa Fiiliphoos, ani yeroo dheeraa akkanaa isin wajjin jiraadhee, ati amma illee na hin beeknee? Namni na arge Abbaas argeera. Yoos ati akkamitti, Abbaa nutti argisiisijechuu dandeessa ree?

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também