33 Phiilaaxoos ammas masaraa mootummaa seene; Iisaanis ofitti waamee, "Ati mootii Yihuudootaatii?" jedhee isa gaafate.