Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 18

37 Phiilaaxoosis, "Yoos ati mootii dha kaa!" jedheen.

Iisaan immoo, "Akka ani mootii taʼe atuu jette. Dhugumaan wanni ani dhaladhee gara addunyaa dhufeefis dhugaadhaaf dhugaa baʼuuf. Namni dhugaaf dhaabatu hundinuu sagalee koo dhagaʼa" jedhee deebise.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também