Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 20

25 Kanaafuu barattoonni warri kaan, "Nu Gooftaa argineerra!" jedhanii isatti himan.

Inni garuu, "Ani iddoo mismaaraan waraaname harka isaa irratti argu malee, quba koo iddoo mismaaraa sana keessa kaaʼu malee, harka koos cinaacha isaa keessa kaaʼu malee hin amanu" jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também