Pular para o conteúdo
Publicidade

João 21

Iisaan Phexrosin Gaaffii Gaafate

15 Iisaan erga isaan ciree nyaatanii booddee Simʼoon Phexrosiin, "Yaa Simoon ilma Yohannis, ati warra kana caalaa na jaallattaa?" jedhe.

Innis, "Eeyyee, yaa Gooftaa; akka ani si jaalladhu atuu ni beekta" jedheen.

Iisaanis, "Ilmoolee hoolaa koo soori" jedheen.

19 Iisaanis akka Phexros duʼa akkamiitiin Allaah ulfeessu argisiisuuf jedhee waan kana dubbate; ergasii, "Na duukaa buʼi" jedheen.

Veja também