Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 4

31 Kana gidduutti barattoonni isaa, "Yaa barsiisaa, mee waa nyaadhu!" jedhanii isa kadhatan.

32 Inni garuu, "Ani nyaata isin hin beekne kanan nyaadhu qaba" jedheen.

33 Barattoonni isaas, "Namatu nyaata fideefii laata?" jedhanii wal gaafatan.

34 Iisaan immoo akkana jedheen; "Nyaanni koo fedhii isa na ergee guutuu fi hojii isaa raawwachuu dha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também