Pular para o conteúdo
Publicidade

João 6

32 Iisaanis akkana jedheen; "Ani dhuguman isinitti hima; kan shamaayʼun irraa buddeena isinii kenne Muusaa miti; kan shamaayʼun irraa buddeena dhugaa isiniif kennu garuu Abbaa koo ti. 33 Buddeenni Allaaha isa shamaayʼun irraa gad buʼee addunyaaf jireenya kennu sanaatii."

34 Isaanis, "Yaa Gooftaa, yeroo hunda buddeena kana nuu kenni" jedhaniin.

35 Iisaanis akkana isaaniin jedhe; "Buddeenni jireenyaa ana. Namni gara koo dhufu gonkumaa hin beelaʼu; kan anatti amanus gonkumaa hin dheebotu.

Veja também