Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 6

48 Buddeenni jireenyaa ana. 49 Abbootiin keessan gammoojjii keessatti mannaa nyaatan; taʼus ni duʼan. 50 Buddeenni shamaayʼun irraa gad buʼe garuu isa kana; namni isa nyaatu gonkumaa hin duʼu. 51 Buddeenni jiraataan shamaayʼun irraa buʼe ana. Namni kam iyyuu yoo buddeena kana irraa nyaate bara baraan ni jiraata. Buddeenni ani jireenya addunyaatiif kennus foon koo ti."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também