Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 7

3 Obboloonni isaas akkana jedhaniin; "Akka barattoonni kee warri achii waan ati hojjettu arganiif kaʼiitii Yihuudaa dhaqi. 4 Namni utuu ifaan ifatti beekamuu barbaaduu dhoksaatti waa hojjetu hin jiruutii. Atis sababii waan kana hojjettuuf addunyaatti of mulʼisi." 5 Obboloonni isaa iyyuu isatti hin amanne tureetii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também