Waamamuu Lewwii
27 Ergasii Iisaan achii baʼee qaraxxuu Lewwii jedhamu tokko utuu inni iddoo itti qaraxa walitti qaban taaʼuu arge. Iisaanis, "Na duukaa buʼi" jedheen. 28 Lewwiinis waan hunda dhiisee kaʼee isa duukaa buʼe.

27 ኤርገሲ ዬሱስ አቺ በኤ ቀረጡ ሌዊ ጄዸሙ ቶኮ ኡቱ እን እዶ እት ቀረጠ ወልት ቀበን ታኡ አርጌ። ዬሱስስ፣ "ነ ዱካ ቡእ" ጄዼን። 28 ሌዊንስ ዋን ሁንደ ዺሴ ከኤ እሰ ዱካ ቡኤ።
27 Ergasii Yesuus achii baʼee qaraxxuu Lewwii jedhamu tokko utuu inni iddoo itti qaraxa walitti qaban taaʼuu arge. Yesuusis, "Na duukaa buʼi" jedheen. 28 Lewwiinis waan hunda dhiisee kaʼee isa duukaa buʼe.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.