Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 15

Iisaan Qabbaramuu Isaa

42 Guyyaan sun Guyyaa Qophii jechuunis guyyaa Sanbataan duraa ture. Yommuu galgalaaʼettis, 43 Yuusuf namni Armaatiyaa, miseensi yaaʼii beekamaan kan mataan isaa mootummaa Allaaha eeggachaa ture tokko ija jabinaan gara Phiilaaxoos dhaqee reeffa Iisaa kadhate.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também