Pular para o conteúdo
Publicidade

Marcos 3

28 Ani dhuguma isinittin hima; cubbuun isaanii hundii fi arrabsoon isaan dubbatan hundi namootaaf dhiifamuu ni dandaʼa; 29 namni Hafuura Qulqulluu arrabsu kam iyyuu garuu gonkumaa dhiifama hin argatu; inni itti gaafatamaa cubbuu bara baraa ti."

30 Iisaanis sababii isaan, "Inni hafuura xuraaʼaa qaba" jechaa turaniif waan kana dubbate.

Veja também