Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 9

Bifti Iisaa Geeddaramuu Isaa

2 Iisaan guyyaa jaʼa booddee Phexrosin, Yaaʼikuubii fi Yohannisin fudhatee tulluu dheeraa9:2 Akka hubannaa Yihuudootaatti tulluun ol dheeraan iddoo mijaaʼaa itti Allaahan namatti of mulʼisuu dha. tokkotti iddoo isaan hundi kophaa turuu dandaʼanitti ol isaan baase. Innis achitti fuula isaanii duratti geeddarame.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também