Pular para o conteúdo
Publicidade

Números 5

29 " Yoo dubartiin utuma dhirsa qabduu karaa irraa gortee of xureessite 30 yookaan yoo dhiirri sababii niitii ofii shakkuuf hafuurri hinaaffaa isa qabate, seerri hinaaffaaf kenname kanaa dha. Lubichi dubartii sana fuula Rabbii Allaah dura dhaabee seera kana hunda ishee irratti haa raawwatu.

Veja também