11 Yaa ilma ko, adabbii Rabbii Allaah hin tuffatin;
dheekkamsa isaas hin jibbin.
12 Rabbii Allaahan akkuma abbaa ilma ofii isaa jaallatu tokkootti
warra jaallatu ni adabaatii.