5 Garaa kee guutuun Rabbii Allaah amanadhu;
hubannaa kees hin abdatin;
6 karaa kee hunda keessatti isa dursi;
innis daandii kee siif qajeelcha.
5 Garaa kee guutuun Rabbii Allaah amanadhu;
hubannaa kees hin abdatin;
6 karaa kee hunda keessatti isa dursi;
innis daandii kee siif qajeelcha.