Pular para o conteúdo
Publicidade

Fakkeenya 31

25 Isheen jabina fi ulfina uffatti;

bara dhufaa jiruttis kolfuu dandeessi.

26 Afaan ishee ogummaadhaan banatti;

gorsi gara laafinaas arraba ishee irra jira.

27 Isheen mana ishee toʼatti;

isheen buddeena dhibaaʼummaas hin nyaattu.

28 Ijoolleen ishee kaʼanii, eebbifamtuu jedhuun;

dhirsi ishees akkasuma jedhaan; akkana jedhees ishee jaja:

29 "Dubartoonni hedduun waan gaarii hojjetu;

ati garuu isaan hunda caalta."

30 Simboon nama gowwoomsa; miidhaginnis ni darba;

dubartiin Rabbii Allaah sodaattu garuu galateeffamtuu dha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também