Pular para o conteúdo
Publicidade

Fakkeenya 6

32 Namni sagaagalu qalbii hin qabu;

namni waan akkasii hojjetu ofuma galaafata.

33 Qoodni isaa dhaanamuu fi salphachuu dha;

qaaniin isaa yoom iyyuu isa irraa hin haqamu.

34 Hinaaffaan aarii dhirsaa kakaasaatii;

inni yeroo haaloo baʼutti dhiifama tokko iyyuu hin godhu.

35 Inni beenyaa tokko illee hin fudhatu;

hammam baayʼatu iyyuu inni mattaʼaa ni dida.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também