Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 1

16 Ani injiilatti hin qaanaʼu; kunis sababii injiilli humna Allaaha kan warra amanan hunda fayyisu taʼeef; innis jalqabatti Yihuudootaaf, itti aansee immoo Giriikotaaf. 17 Injiila keessatti qajeelummaan Allaaha amantii irraa gara amantiitti mulʼateeraatii; kunis akkuma, "Namni qajeelaan amantiidhaan jiraata"1:17 Anb 2:4 jedhamee barreeffamee dha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também