Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 10

17 Egaa amantiin ergaa dhagaʼuudhaan dhufa; ergaan kunis karaa dubbii waaʼee Al-Masiihiin dhagaʼama. 18 Ani garuu: Isaan hin dhageenye moo? jedhee nan gaafadha; dhugumaanuu isaan dhagaʼaniiru:

"Sagaleen isaanii lafa hunda,

dubbiin isaaniis handaara addunyaa gaʼe."10:18 Zab 19:4

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também