3 Phirisqilaa fi Aqiilaa, warra Al-Masiihii Iisaadhaan na wajjin tajaajilanitti nagaa naa himaa. 4 Isaan naa jedhanii lubbuu isaanii balaaf saaxilan. Utuu ana qofa hin taʼin Waldaaleen Al-Masiihii Kanneen Namoota Ormaa hundinuus isaan galateeffatu.
Publicidade